News

Kaatliin Moorgaan yunivarsiitii irraa eebbifamtee hojii 600 oliif erga iyyata galfatteen booda abdii kutachuutti dhiyaadheen ture jette.
Kiristaanoo Roonaaldoo kontiraata haaraa waggaa lamaaf turuu danda'u Al Naasir waliin mallatteesse. Miindaa fi faayidaalee Roonaaldoon argatu garuu ajaa'iba. Akkuma umuriin isaa dabalaa deemuun ...